Nov9Written by:Web Admin
11/9/2008 10:03 PM 
BARAAK OBAAMAA - ABDII AMEERIKAA FI ADDUNYAA: KUTAA TOKKOFFAA
Taammanaa Bitimaa irraa
DURADUBBII
 |
| Obama takes over a burning world |
Filamuun obboo Baraak Obaamaa uummata Ameerikaa fi dabrees kan addunyaa isa abdii kutatee tureef, abdii itti-deebisee, isa immoo abdii hin kutanneef, abdii isaa san cimsee ti jira. O4. 11. 08 booda Ameerikaan akka durii akka hin taane, yoo tahuu barbaaddellee akka kun hin dandayamne godheeti argama. Namoota halkan gaafa filmaata kanaa hirriba dha