Register | Login
Loading...
Google

January 06, 2009

Ethiopians stalked by hunger and HIV - The National, UAE

Nov11

Written by:Web Admin
11/11/2008 8:33 PM 

BARAAK OBAAMAA - ABDII AMEERIKAA FI ADDUNYAA: KUTAA  LAMMAFFAA

11. 11. 08
Taammanaa Bitimaa irraa

African Tour: Sen. Obama visists a tent camp for people displaced by floods in Dire Dawa in easten Ethiopia on Thursday, Aug. 31, 2006, promising the American military would continue to help the devastated region.

Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kutaa isa dabre akka duukaa buutan abdachuun, kunoo harra immoo kutaa isa lammaffaa itti-fufeetan jira. Waayee Obboo Baraak Obaamaa ibsuun waayee seenaa biyya isaa kan Ameerikaa malee, guutuu waan hin taaneef barreeffanni kun madda seenaa biyya sanii irraa ka'uun, kutaa kutaan gaggabaabfamee isinii dhiyeeffamuuf eegalame. Mee waan hundaafuu, bakkamu dhaabne san irraa ka'uun itti haa fufnu!

Biyyi amma gabaabinaan Ameerikaa, guutuutti immoo Tokkummaa Mootummoota Ameerikaa ("United States of America - USA") jed